KIN KM Zeeyibala Walashee

Website

KIN KM Zeeyibala Walashee "Inispeekshinii Cimaa Paartii Cimaaf!!!!"

08/09/2026
Guyyaa 30/20/2018 Leenjii Dandeettii Raawwachiisummaa DIB Qajeelfama Naamusaa Paartii, Gurmaa’insa Paartii fi KIN Sadark...
05/09/2026

Guyyaa 30/20/2018 Leenjii Dandeettii Raawwachiisummaa DIB Qajeelfama Naamusaa Paartii, Gurmaa’insa Paartii fi KIN Sadarkaa Gamtaa fi Maatii Sadarkaa Kutaa Magaalaa Zeeyibalaa Walasheetti Bakka Itt/G Paartii Kutaa Magaalaa Zeeyibalaa Walashee Obbo Dirribaa Birraa akkasuma Itt/G KIN kutaa magaalaa Obbo Alamaayyoo Mangistuu fi Ijaarsa Paartii Kutaa magaalaa Obbo Tufaa Yaadatee fi Hooggansa Kutaa magaalaa fi Gandaa, koree Gamtaa fi Maatii wajjiin hubannoon Naamusaa Dambii Ittiin Bulmaata Paartichaa irratti Leenjii kennuuni yaadni baldhaan irratti erga kennamee booda Leenjiin kun hanga Sadarkaa Gandaatti akka gad bu'uun akka kennamu godhamuun goolabamee jira.

Waajjirri Komishiinii Inispekshinii fi Naamusaa Paartii Badhaadhina Magaalaa Roobee Qajeelfamaaf Dambii ittiin bulmaata ...
28/08/2026

Waajjirri Komishiinii Inispekshinii fi Naamusaa Paartii Badhaadhina Magaalaa Roobee Qajeelfamaaf Dambii ittiin bulmaata paartichaa irratti Leenjii kenneera.
➖➖➖
Robe City Communication Office


Leenjii kana irratti qooda fudhattoonni sadarkaa magaalaa hanga kutaa magaalaatti jiran irratti hirmaachuun Qajeelfamaa fi Dambii Paartichaa irratti marii baldhaa gaggeessaniiru.

Waajjira Kominikeeshinii Magaala Roobee

Dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkotti akka guutuu Itiyoophoyaa rikardii ta'ee galmaa'eera.
03/08/2026

Dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkotti akka guutuu Itiyoophoyaa rikardii ta'ee galmaa'eera.

Kutaa Magaalaa Zeeybalaa Walasheetti Konfaransiin Miseensa Paartii Hojjettoota Mootummaa  kurmaana 4ffaa gaggeeffamaa ji...
03/07/2026

Kutaa Magaalaa Zeeybalaa Walasheetti Konfaransiin Miseensa Paartii Hojjettoota Mootummaa kurmaana 4ffaa gaggeeffamaa jira.
‎
‎Koonfaransii kana irratti Bulchaan kutaa magaalaa zeeybalaa walashee Obboo Jamaal Huseen fi I/G Waajjira Paartii kutaa magaalaa zeeybalaa walashee obbo Dirribaa Birraa fi koreen qindeessituun Kutaa magaalaa argamuun karaa midhagina qabuun gaggeeffamaa jira.
‎konfaransii kanaanis gabaasni Gamtaa paartichaa kan kurmaana erga dhiyaateen booda marii kan irratti gaggeeffameera.

02/07/2026
Itoophiyaan Ni Raawwatti!Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahmed yaa’ii mata duree “Itoophiyaan Ni Raawwatti” jedhuun taa’...
23/06/2026

Itoophiyaan Ni Raawwatti!

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahmed yaa’ii mata duree “Itoophiyaan Ni Raawwatti” jedhuun taa’amaa jiru irratti haasawa baniinsaa taasisaniiru.

Yaa’ii kana keessatti hojiiwwan riifoormii mootummaa waggoottan saddeet darban keessatti mootummaa fi uummata hirmaachisuun raawwataman bal’inaan irratti mari’atamaa jiru. Riifoormileen damee dinagdee, mootummaa, hawaasummaa fi hojii misoomaa keessatti galmaa’an jijjiirama mootummaa irraa gara cehumsa waaraa fi bu’a qabeessaatti geessan irratti xiyyeeffatameera.

Bu’aan hojii waggoota darban keessatti galmaa’e mootummaa fi uummanni kaayyoo tokkoon yoo hojjetan waan hin danda’amne hin jirre jechuun mootummaa keenyaaf mootummaa jijjirama irraan gara mootummaa bu’a qabeessaatti ce’uuf bu’uura cimaa ta’e agarsiisa.

Address

Robe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when KIN KM Zeeyibala Walashee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share