03/09/2024
Dargaggoo qaxalee Arbiyyoon Argattte
Kanaan dura kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa malkaa Arbaa yeroo turetti jijjiirama addaa agarsiiseen ammatti riformii geggeeffameen I/A Bulchiinsa Gandaa Malkaa Arbaa ta'uun muudamee jira
26/10/2023
βββ βββ
*****************************************
π£π£Cululleen yeroo mana ishee ijaartu bu'uura isaa mukkeen qaqal'oo fi dameewwan gogan walitti funaantee ijaaruu eegalti.itti aansuun baallee fi waan lallaafoo fayyadamtee gubbaa isaa mijataa erga gooteen booda killee itti buuftee cuucuu ishee yaafatti.Cuuciin yaafamte gurguddattee balali'uu danda'uu ishee erga mirkaneessiteen booda baallee fi waan lallaafaa hunda jalaa guurtee gatti.sababni isaas eddoon mijaayaan kun osoo hin balali'in yeroo dheeraa akka itti hin fudhanneefiidha.
π£π£Garuu eddoon sun mijaa'ina isaa yoo dhabe achii jijjiirachuuf jecha balali'uuf yaalii godha.
:-
π£π£Yeroo wantootni gaarii sirraa deeman si miidhuuf osoo hin taane eddoo gaarii irraa haa geessuufi.Waan tokko yoo dhabde waan kan duraa irra gaarii ta'e akka argattu beeki."Comfort zone"keessa jirtu cabsitee hin baatu taanaan waan guddaa irra gahuu hin dandeessu...
π£π£Yoo nama biraallee gorsuu barbaadde
08/10/2023
Yaa Rabbi Galanni keeti, βAlhamdu lillaahβ Rooba Bara kanaa kana:- Rooba Sa'aadaa Ka Milkii, Ka Quufaa, Ka Hiyyeessaa fi Dureessaa, Ka Yataamaa fi Araamiilaa, Ka Sa'aa Namaa tolu, Ka Biyyaa Biyyoo tolu, Ka Araa'ida hin qabne nuuf godhi βAamiin Aamiin-Allaahumma Aamiinβ
13/09/2023
ππΌααα«α α α²α΅ ααα΅πΌπ
α α²α΅ααα΅
ααα«αα α²α΅ααα΅
ααα«α α α²α΅ααα΅
ααα«α α α²α΅ααα΅
ααα«α α α²α΅ααα΅
ααα«α α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅α α²α΅ααα΅α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅α α²α΅ααα΅α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
ααα«αα α²α΅ααα΅
ααα«αα α²α΅ααα΅α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
ααα«α α α²α΅ααα΅α α²α΅ααα΅
ααα«αα α²α΅ααα΅α΅ααα΅
ααα«αα α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
ααα΅
α α²α΅ααα΅
ααα«αα α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ααα«αα α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ααα«αα α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ααα«αα α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
ααα«αα α²α΅ααα΅
ααα«αα α²α΅ααα΅α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ααα«αα ααα΅
ααα«αα α²α΅ααα΅α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅ α α²α΅ααα΅
ααα«α α α²α΅ααα΅α α²α΅ααα΅
ααα«αα α²α΅ααα΅α΅ααα΅
ααα«αα α²α΅ααα΅
α α²α΅ααα΅
πππππππππππππ
ππΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπ
ππΌπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΌπ
ππΌπΈππ»π»π»π»π»ππΈπΌπ
ππΌπΈπ»π» ααα«α π»π»οΈπΈπΌπ
ππΌπΈπ»π» α α²α΅ π»π»πΈπΌπ
ππΌπΈπ»π» ααα΅ π»π»οΈπΈπΌπ
ππΌπΈπ»οΈπΉβ£πΎπ»ππΉπ»πΈπΌπ
ππΌπΈππ»π»π»π»π»οΈππΈπΌπ
ππΌπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΌπ
ππΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπ
11/01/2023
Ganama Ciree Nyaatanii Ba'uun.....
1. Dandeettii waa yaadachuu (memory) keenya sirriitti dabala. Kunimmoo dirree hunda irratti nu barbaachisa.
2. Halkan gaafa rafnee ganama hirribaa kaanu, haga ganamatti sukkaarri qaama keenya keessaa hir'atee waan buluuf, sukkaaraa dhiiga Keenya keessaa olkaasuun fayyummaa deebisa.
3. Ulfaatinni qaamaa garmalee akka dabalee dhukkuboota gargaraaf nu hin saaxille illee ni gargaara.
4. Lafa jiruutti ykn lafa hojiitti, barumsatti akkasumas hojii bobbaanu hundumaa irratti si'a'inaan akka hojjennu nu taasisa!
******
Fayyaan Faaya