Adami Tullu Woreda Communication Office

Adami Tullu Woreda Communication Office

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Adami Tullu Woreda Communication Office, Government Organization, Batu, Ziway.

Photos from Adami Tullu Woreda Communication Office's post 02/06/2026

Caamsaa 25,2018(ATJKC)_Godina Shawaa Aanaa adamii Tulluu Jiddoo kombolchaa Kilaastera A/Tulluu Raawwiin Hojii Misoomaa fi Nageenyaa bakka I/G
Waajjira Bishaan Albuudaa fi Ineeerjii fi Qindeessaan kilasteera Obboo Shallamaa Bahiruu argamanitti Bulchoota,I/Gaafatamtoota Nagaafi Milishaafi Paartii Gandootaa wajjiin ilaallame

Marii kana keessatti hanqinootniif Ciminnootni adda Bahuu Milkaa'inni Hojii nageenyaa erga ilaallameen boodaa karoorri hojiilee Misoomaa Ji'a tokkoo kennamuun xumura irratti Kallattiin waliigalaa kenname.

Photos from Adami Tullu Woreda Communication Office's post 02/06/2026

Caamsaa 25/2018(ATJKC)_Godina Shawaa Aanaa adamii Tulluu Jiddoo kombolchaa Kilaastera Jiddootti Raawwiin Hojii Misoomaa fi nageenyaa Bakka Bulchaan Aanaa Obboo Shuumii Galatoo argamanitti Bulchoota,I/Gaafatamtoota Nagaafi Milishaa fi Paartii Gandootaa wajjiin gaggeeffame.

Marii kana keessatti hanqinootniif Ciminnootni adda Bahuun Hojii nageenyaa ilaallamuun karoorri hojiilee Misoomaa Ji'a tokkoo kennamuun xumura irratti Kallattiin waliigalaa kaa'ame

Photos from Adami Tullu Woreda Communication Office's post 02/06/2026

Caamsaa 25/2018(ATJKC)_Godina Shawaa Aanaa adamii Tulluu Jiddoo kombolchaa Kilaastera Bulbulaatti Raawwiin Hojii Misoomaa fi Nageenyaa bakka I/Gaafatamaan ijaarsa Paartii Badhaadhinaa fi Qindeessaan kilaastera bulbulaa Obboo Leencoo Galatoo argamaniitti Bulchoota,I/Gaafatamtoota Nagaafi Milishaafi Paartii Gandootaa wajjiin gaggeeffame.

Marii kana keessatti hanqinootniif Ciminnootni adda Bahuun Hojii nageenyaa ilaallamuun karoorri hojiilee Misoomaa Ji'a tokkoo kennamuun xumura irratti Kallattiin waliigalaa kahame

Photos from Adami Tullu Woreda Communication Office's post 02/06/2026

Caamsaa 25/2018(ATJKC)_Godina Shawaa Aanaa adamii Tulluu Jiddoo kombolchaa Kilaastera Baatuutti Raawwiin Hojii Misoomaa fi Nageenyaa bakka I/Gaafatamaan Waajjira Fayyaafi Qindeessaan Obboo Usmaan Mohammad argamanitti Bulchoota,I/Gaafatamtoota Nagaafi Milishaafi Paartii Gandootaa wajjiin gaggeeffame.

Marii kana keessatti hanqinootniif Ciminnootni adda Bahuun Hojii nageenyaa ilaallamuun karoorri hojiilee Misoomaa Ji'a tokkoo kennamuun xumura irratti Kallattiin waliigalaa kahame

Photos from OBN Afaan Oromoo's post 02/06/2026
Photos from OBN Afaan Oromoo Plus's post 02/06/2026
02/06/2026

"የኢትዮጵያ ህዝብ እንደ ሁልጊዜዉ በወሳኝ ጊዜ በጀግንነት ምርጫ ላይ እየተሳተፈ ነው።"

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አህመድ (ዶ/ር)

02/06/2026
Photos from Abiy Ahmed Ali's post 02/06/2026
02/06/2026

Itoophiyaanotni filataniiru; Itoophiyaan injifateetti!
= =

Ijaarsi sirna dimokiraasii Mootummaa qofaan osoo hin taane, hirmaannaa uummataa bal'aan kan dhugoomu yoo ta'u, Uummanni Mootummaa isaaf ta'u filachuu, yaada isaa bilisaan ibsachuu, akkasumas hojii Mootummaan hojjetamu irratti hirmaannaa cimaa taasisuun sirna dimokiraasii jabaa bu'uuressuu keessatti qooda guddaa qaba.

Kanaafuu, dimokiraasiin dhugaa hirmaannaa uummataa irraa madduun misooma biyyaa saffisiisuun guddina diinagdee biyyaa humneessee sagalee uummataatti kabaja kan horuufi filannoo bilisaafi haqa qabeessa keessatti qooda fudhachuun, hojii misoomaa keessatti hirmaachuun biyya badhaateefi walqixxummaan lammiilee keessatti mirkanaa'e ijaara. Uummanni sagalee isaa sirnaan fayyadamee egeree biyyaasaa murteessa; Mootummaan haala kanaan filames milkaa'ina biyyaatiif karaa saaqa.

Imalli ijaarsa biyyaas imaammata, tarsimoofi sagantaa uummanni sagalee isaatiin filateen kan milkaa'udha. Kunis galma guddaa ijaarsa sirna dimokirasii keessatti mootummaan kan ijaaramu uummataan uummataaf uummata keessaa ta'uu kan mirkaneessudha.

Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa biyyi keenya Itoophiyaan gaggeessite irrattis Saboonni, Sablammoonniifi uummattoonni Itoophiyaa filataniiru. Kanaanis imalli ijaarsa sirna dimokirasii gara olka'insaatti kan ce'e yoo ta'u, kanaafis uummanni sagalee isaa kenne aarsaa kaffaluun boqonnaa haaraan akka saaqamu taasiseera.

Deemsi filannoo kunis dimokirasummaa isaatiin olitti uummanni sirna ofii ijaarrachuun dantaa isaa roga hundaan mirkaneessuuf kutannoo qabachuu isaatiif agarsiiftuu guddaadha. Boqonnaa haaraa kanaanis Itoophiyaanonni filachuun Itoophiyaa injifachiisuu danda'aniiru.

Odeeffannoo dabalataa argachuuf;
Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc
kallacha Oromia: https://m.facebook.com
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
You tube: https://www.youtube.com/
-------
TikTok: tiktok.com/

Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
------

Want your business to be the top-listed Government Service in Ziway?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Batu
Ziway