Macca Page

Macca Page

Partager

Students

15/01/2024
14/01/2024

IGAD dhimma Itoophiyaafi Somaaliyaarratti mariyachuuf walga’ii hatattamaa waame
Dhaabbanni Tokkummaa Misoomaa Afrikaa Bahaa (IGAD) atakaaroo waliigaltee Itoophiyaafi Somaaliland mallatteessan hordofee Itoophiyaafi Somaaliyaa gidduutti dhalaterratti mariyachuuf walga’ii hatattamaa waame.

Walga’iin hatattamaa dura ta’aa IGAD yeroo ammaa kan ta’an pirezidantiin Jibutii Ismaa’eel Omaar Giilee waaman kun Yugaandaatti akka gaggeeffamu BBC Somale madden mootummaa Jibutiirraa mirkaneeffateera.

Toora kanaan odeeffannoo kallattiin darbu hedduu argattu https://bbc.in/3tH70tH

14/01/2024

Tarkiin Iraaniifi Siiriyaa keessatti qiyyeeffannaa 29 haleelle.
Yeroo dhimma Yemaniifi Gaazaa gabaasaa jiruutti, kallattiidhaan walitti dhufeenya qabaachu baattuulleen, rigiinicha keessa bakka hunda lolatu jira.
Ministeerri Raayyaa Ittisa Tarkii, erga loltoonni isaa sagal buufata waranaa Iraaq keessatti ajjeeffamanii booda, halkan keessa Iraaqii fi Siiriyaa keessatti ''qiyyeeffanneewwan shororkeessa'' irratti haleellaa qilleensaa raawwachu hime.
Ball'insaa kunooti: https://bbc.in/3Sflr1u

14/01/2024

📌 EAC statement on Inter-Partner States Cooperation.


14/01/2024

Hidhattoonni Huutii Galaana Diimarratti dooniwwan daldalaarratti haleellaa gaggeessusaanii nan deeggara jette Iraan.
Ameerikaan ammoo hidhattoota Huutii galaanafi samiirran haleelaa jirti.
Tarii kun Baha Giddi Galeessaa waraana caalutti galchuu malaa laata?
https://bbc.in/3O3prjb

Vous voulez que votre entreprise soit Service Du Gouvernement la plus cotée à Paris ?

Cliquez ici pour réclamer votre Listage Commercial.

Emplacement

Téléphone

Site Web

Adresse


Paris