Tokkummaan humna

Tokkummaan humna

Share

Sagantaa isportii afaan oromoo

Photos from Tokkummaan humna's post 11/01/2026

๐‡๐€๐๐’๐ˆ ๐…๐‹๐ˆ๐‚๐Š ammas irra deebinwaancaa masaanuu isaani Real Madrid C.F. Harkaa fuudhate ๐Ÿ†๐Ÿ”ซ carraan leenjisaa Madrid maal taha?

๐Ÿ†•๐Ÿ† Supercopa de Espaรฑa 2026
๐Ÿ† Supercopa de Espaรฑa
๐Ÿ† DFB Pokal
๐Ÿ† Champions League
๐Ÿ† UEFA Super Cup
๐Ÿ† DFL Supercup
๐Ÿ† FIFA Club World Cup
๐Ÿ† Copa del Rey

Bara hojii isaa keessatti yeroo 8 marsaa xumuraatif dabre 8nu Ni injifate . ๐Ÿ’ฏ

05/07/2025

Kadiir maal jechaa jirta๐Ÿ˜Žnamni waan Isin jettan beeku nama bofa qaluu beeku jettee

28/05/2025

Maqaa Faarse Bulaan bakka sadditti qoodama jeโ€™e Jawarโ€ฆ 1. AMANAA - 2. NYAATAA - 3. ABDATAA

โ€˜NYAATAAnโ€™ sirnicha haa faarsuu malee mormituu abaarutti kan hin hin deemne yoo taโ€™u, โ€˜ABDATAAnโ€™ garuu saffisaan jaalatamee faaydaatti bahuuf jecha faaruufi arrabas walfaana xiicha. ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

20/05/2025

Kan hiitan hiikaa
Gaafii haakimootaa duuba Kan jiru ~~beela

04/02/2025

Warri laga xaafoo fi burrayyun teenya je'e galmaa ture kan boodarra ganame hawaasni keenya kan baha oromiyaa tokko eessa jira Lafti teessan lafee teessan erga taatee lafa teessaniif falmadhaa waggaa dhufaa dabraa boohicha ummata rabbi boohichumaaf uume
Taanii nurraa dhiisaa lafti ta abbaa irra jiraatetiiแข

11/04/2024

for bate urgeessa

02/02/2024

Qaawa jiru duuchudha malee laffaatii qabsaa'ota keenyaa dhabamsiisun gonkuma hin tahu!

Maqaa ofii yaamsisuuf maqaa namaa hin awwaalun aad-maleedha.

Mee ta biraa haa haftu namni khuullee tanaan gad dhufe osoo oromoo kutaa biraa taatee akkuma har'a nama waan kanaan gad dhufe deeggartu kanatti deeggarta moo, dura dhaabbatta? Dhugaan ni hayyamtaa laffaatii sheikh mohammed Rashad abdulle fi dr haylee fidaa faa? Yeroo hunda nama haqa bira dhaabbatu nu haa godhu

I do appreciate all what you have done for our people galatoomi

Bocni kee akkuma boca sheik bakrii saphaloo Gola seenaa keessatti hiriiree taa'a malee hojirraa ooluf bu'aa isarra miidhaa isaatu caala natti fakkaata๐Ÿ™

16/12/2023

Maal jechuudha ๐Ÿ˜‚

18/10/2023

I have reached 1.5K followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. ๐Ÿ™๐Ÿค—๐ŸŽ‰

Want your business to be the top-listed Government Service in Nairobi?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Nairobi