Diittiyye Aliyyi

Diittiyye Aliyyi

Share

ان هاذا القرآن يهدي للتي هي اقوم ويبشر المؤمنين الذين يعملون الصالحة ان لهم اجرً كبير

04/02/2024

اللهم إهدنا الصراط المستقيم

Yaa rabbi Karaa diriiraa ta.e nu qajeelchi
.........................................................................................

ያ አላህ ቀጥትኛዉ መንጌድ ሚርኝ
..................................................................................... ....

Of ta.een jiraadha male si ta.ee hin jiraadhu
Atis of ta.i jiraadhu male nata.uf hin cinqamin

19/12/2023

Assalamuwaleykum warhamatullahi wabarakatu🌹🙋‍♂️
Halkan keessan isinif ha bareedu🌹🌹
Beekumsa bay.ee dhabus
Hiriyyaa bay.ee dhabus
Duniyaa bay.ee dhabus
Mana gaarii dhabus
Gammachuu guddaa dhabus
hundaayyuu kan naaf kennuu
Isaa waan hundaa of harkaa qabu
Tokkicha rabbii qaba
____________________________________________
Alhamdulillaahi الحمد لله رب العالمين
Yaa rabbi atii khayiri hundaa naf qabi
Hamtuu hunda narra qabii🤲
Ilmii gaarii yaa rabbi naaf kennii

Namnii rabbif jecha na jaallattan
Akka rabbiin adduniyaa fi akhiratille
Na gammachiisu naaf kadhaa❤🙏
Rabbiif jecha isin jaalladha💝🫶👈

03/12/2023

الســـــــلام عليـّــــــّكم ورحمة الله وبركـــــــــــــته።።
Yeroo bay.ee kolfuun miidhaa mo fayidadha

Deebii

Kolfanii daanga darbanii ykn
Yeroo bay.ee kolfuma barbaadun gaarii miti👌

Kolfuu dhiisanii yeroo hundaa fuula dukkanessuunis gaarii miti👌

Yeroo bay.ee midiyaa kanarratti namnii
Tokko tokko ni jedha kolfeen yeroo dabarsa
Jedha.. kun dogoggora guddadha beeki!

Sababnii isaas duniya kanarratti nan hafa jedhee namni yaadu kaafira👌

Kolfaafi bashannan qofatti gabaabbatta taanan diin rabbii si dagachisaa hubadhu

Yeroo hunda kolfuma barbaada jettee
Bakka baruumsaati si fageessaa beeki

Akhiraa ofii ykn mana ofii qophaa san
Yaadun barbaachisaadha beeki

Namnii mana san ykn qabrii yaadee
Hin bo.iin /imimmaan hin buusin
Bakka jiru of ha ilaaluu/dafi of qaqqabi👌

Kana jechuun yeroo hunda gaddaa jiraadhaa
Jechuu ko miti naf hubadhaa
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
1ffa namnii qur.aana rabbii dubbise/qara.e
Egasii waan qara.u san xinxalee ilalee
Yeroo bakka azaaba/qixaaxa ibiddaa bira gahe
Ijjii dandeesse imimmaan hin qabattu

Yeroo bakka jannataa fi wan gaggaarii arge
Akka worra sanarra ta.u bo.e rabbi kadhata!

2ffa yeroo fuuldura rabbi salaataf/dua.iidhaf
Harka isaa gama rabbii ol qabee jedhe
Ijji waa kadhattu qalbiidhan kadhatta waan ta.ef qalbii kes ijjii kes ni boochi

Manni kiyya kan akhira sun kam laata jedhee
Yaade bo.ee rabbii isaa bira wa barbaadaa

Rakkina miskiina/ miidhama lammiitif
Kanneen k.k.f keessatti imimman karaa male ykn waanuma hin taanerratti buusun gaari mit

Ija sodaa rabbi boosse ibiddi hin gubu
Qalbii rabbif jecha hamtuurraa deebite
Rabbin hin qixaaxu

Arraba sodaa rabbii namarraa/hamii fi arraba
Irraa of tiksite rabbin hin qixaaxu

Kanaafu rabbin nama jireenyi isaa kulliin
Rabbiif jiraatu rabbin nuha godhu🤲
By Diittaa Aliyyii

20/10/2023

yaa worra Rabbitti amantan☝️
{~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~}
tawbaa gama rabbii deebi.a
{◌◌◌◌◌◌◌◌◌◌◌◌◌◌◌◌◌◌◌◌◌◌
Allaahan akkan araaramadha💚❤

20/09/2023

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
أسْماءُ اللهِ الحُسْنى🌹🌹

أعوذ بالله من الشيطان الرجيم،

بسم الله الرحمن الرحيم:

اللهم إنِّي أتَوجَّهُ إليكَ بِأسمَائِكَ الحُسْنى .. يامَن هوَ:
((الله الذي لا إله إلا هو، الرَّحْمنُ، الرَّحِيمُ، الْمَلِكُ، الْقُدُّوسُ، السَّلَامُ، المُؤْمِنُ، الْمُهَيْمِنُ، الْعَزِيزُ، الْجَبَّارُ، الْمُتَكَبِّرُ، الْخَالِقُ، الْبَارِئُ، الْمُصَوِّرُ، الْغَفَّارُ، الْقَهَّارُ، الْوَهَّابُ، الرَّزَّاقُ، الْفَتَّاحُ، الْعَلِيمُ، الْقَابِضُ، الْبَاسِطُ، الْخَافِضُ، الرَّافِعُ، الْمُعِزُّ، الْمُذِلُّ، السَّمِيعُ، الْبَصِير، الْحَكَم، الْعَدْلُ، اللَّطِيفُ، الْخَبِيرُ، الْحَلِيمُ، الْعَظِيمُ، الْغَفُورُ، الشَّكُورُ، الْعَلِيُّ، الْكَبِيرُ، الْحَفِيظ، المُقِيت، الْحَسِيبُ، الجَلِيل، الْكَرِيمُ، الرَّقِيبُ، الْمُجِيبُ، الْوَاسِعُ، الْحَكِيمُ، الْوَدُودُ، الْمَجِيدُ، البَاعِث، الشَّهِيدُ، الْحَقُّ، الْوَكِيلُ، الْقَوِيّ، الْمَتِينُ، الْوَلِيُّ، الْحَمِيدُ، الْـمُحْصِي، الْـمُبْدِئُ، الْـمُعِيدُ، المُحيي، الْـمُمِيتُ، الْحَيُّ، الْقَيُّومُ، الْوَاجِدُ، الْـمَاجِد، الوَاحِدُ، اْلاَحَدُ، الصَّمَدُ، الْقَادِرُ، الْمُقْتَدِرُ، الْمُقَدِّمُ، الْمُؤَخِّرُ، الاَوَّلُ، ألآخِرُ، الظَّاهِرُ، الْبَاطِنُ، الْوَالِي، الْمُتَعَالِي، الْبِرُّ، التَّوَّابُ، الْمُنْتَقِمُ، العَفُو، الرَّؤُوفُ، مَالِكُ الْمُلْكِ، ذُو الْجَلَالِ والْإكْرَامِ، الْمُقْسِطُ، الْجَامِعُ، الْغَنِيُّ، الْمُغْنِي، الْمُعْطِي، الْمَانِعُ، الضَّارُّ، النَّافِعُ، النُّورُ، الْهَادِي، الْبَدِيعُ، الْبَاقِي، الْوَارِثُ، الرَّشِيدُ، الصَّبُورُ.))

05/09/2023

Alhamdulillah
Yaa Rabbi 🙏

20/08/2023

𝙖𝙨𝙨𝙖𝙡𝙖𝙢 𝙖𝙡𝙚𝙮𝙞𝙠𝙪𝙢 𝙬𝙤𝙧𝙖𝙝𝙢𝙖𝙩𝙪𝙡𝙡𝙖𝙝𝙞
𝙬𝙤𝙗𝙖𝙧𝙖𝙠𝙖𝙩𝙪👇👇
osoo muziqaa ta.e biran dabarfattani ?
Daqiiqa tokko(1)qofa dhabbadhu
Jecha allaha kana Qara.i (dubbisi)✅👨‍💻👩‍💻
𝙠𝙝𝙖𝙮𝙞𝙧𝙞𝙞 𝙝𝙞𝙣 𝙙𝙝𝙖𝙗𝙞𝙣
Suuraa filatama guyyaa har.a 𝙨𝙪𝙧 𝙖𝙡 𝙢𝙪𝙡𝙠
Mashaallah🌻🌻🌷🌷🌹🌹🥀🥀🌻🌻

04/08/2023

هل أنت تستطيع
أن تصلى على سيدنا وحبيبنا محمد
صلوات ربي وسلامه عليه

04/08/2023

Osoo waanin beeku beektani wan xiqqoo kofaltani Guddo boossu😢
Nabi Muhammad
♥۩ﷺﷺﷺ۩♥

01/08/2023

Rabbitu keessa
ke beeka
Siha milkeessu🤲

01/08/2023

صلوات ربي وسلامه على الأفضل رسل وخاتم الأنبياء وخير المتعبدين ورءس الأولياء صلى الله وسلم وبارك عليه
ما ذكره الذاكرون الأبرار♥

24/07/2023

Wahii Lammii kiyyaa
Kannen mana hidhaa
Ana qofaf miti hundafu
Raajidha malif dagateme
Hammas nuf gaafiidha
Ahi Ya. Lammii koo
Maluma mudatte
Rakkoon biyya si base
Alattis si dhamaase
Bilisummaa dhabuun
Alatti si nyaachisee
Namamoo rabbuma
Kan seera jal.isee

↪️Ofin jijjiiradhaaf
Biyya keerra baate
Biyya alaa dhuftee
Kan bineensaa tatee
Bahaara keessattis
Galaa Qurxummi tatee
Kaan Erraa kan haftee
Diinan rorrifamtee
Hammas mana hidhaa
Keessat dararmte
Dararaan homaa mi
Maalif dagatamtee? 😌

Want your business to be the top-listed Government Service in Mecca?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address


Mecca