Gadoof Gadadoo Sabaa

Gadoof Gadadoo Sabaa

Share

jiruu dhuunfaf jiraaturra jiruu saba keetif haqaan falmadhu nibariitii!!

27/11/2023

Oromiyaa Miidiyaa Neetwork OMN yeroo ji’oota sadi hin caalle keessatti hanqina maallaqaatiin cufamuuf deema jedhe hoggansi OMN.

Bulchiinsi OMN humna faayinaansii amma qabuun Miidiyaan kun ji’oota 3 caalaa turuu akka hin dandeenye himee jira.

Waggoota kurnan darbaniif sagalee uummataa ta’uun bu’aa bayii hedduu qaxxaamuree kan har’a gahe miidiyaan kun amma rakkoo faayinaansiitiin qoramee akka jiru hime.

Kanaafis bulchiinsi miidiyichaa tibbana dhiyootti istuudiyoo gariin cufuu, hojjetaa hir’isuu fi tarkaanfiiwwwan garaagaraa akka fudhatu hojjettoota isaa hubachiise.

Kufaatiin OMN hunda keenyaaf ija badaa dha, ija nu cufa jedhu dura taa’aan boordii OMN obbo Kitaabaa Magarsaa.

Uummanni Oromoo osoo jiru manni isaa waggoota kudhaniif ijaaraa ture jiguu mitii sosso’uu hin qabu jedhan Miseensi Boordii OMN Doktar Suufiyaan Mohaammad.

Miseensi boordii OMN kan biraa Doktar Dammissoo Ijaaraa akkuma Waldaan Qorannoo Oromoo OSA’n seenaa Oromoo alagaan barreessaa ture qajeelchuuf akka riifaransiitti dhimma itti bahamaa ture seenessa Oromoo gama miidiyaan jiru keessattis OMN bu’uura cimaa kaaye jedhan.

Haalli miidiyichi yeroo ammaa keessa jiru hundaa ol tumsa uummataa gaafata, Kophaa jirra jedhan Miseensi boordii kan biraa Aadde Leeylaa Abbaawaarii.

Hawaaasni diyaasporaa yeroo murteessaa uummanni keenya sagalee barbaadu kanatti OMN baraaruu akka qabu bulchiinsi OMN waamicha godhee jira.

17/10/2023

Cristiano Ronaldo has now registered 40+ goals in 12 different calendar years. 🤯🔥

2023: 40 goals
2021: 47 goals
2020: 44 goals
2018: 49 goals
2017: 53 goals
2016: 55 goals
2015: 57 goals
2014: 61 goals
2013: 69 goals
2012: 63 goals
2011: 60 goals
2010: 48 goals

38 years old. 😤

10/10/2023

Warroonni awrooppaa,ameerikaa fi dubaayi irreecha sababw godhatii daaddaa wajji suuran dabaaluufi sheerin ginnoota rakkisuu galan hin milkoofne daaddan irreecha maati wajji dabarse

27/09/2023

Dhufaa jirra jedha

22/09/2023
11/09/2023

Oduu gargaarsa Namoomaa!!

Taphataan urjii Addunyaa kan ta'e C. Ronaldo Hoteela isaa biyya Morocco 🇲🇦 keessaa qabu kan guyyaa tokko Paawandii kuma 130 galchuuf dabarsee lammiileen Morocco balaa kirkira lafaan miidhaman akka keessatti gargaaramaniif dabarsee kennee jira. Ronaldo yeroo baay'ee gargaarsa namoomaa gochuu keessatti qooda olaanaa bahachaa jira. Yeroo dabrees Turkey 🇹🇷 fi filisxeen gargaaruun isaa ni yaadatama! Nama hojii namoomaa gaarii hojjachaa jiru kana Rabbiin daandii isaa sirrii irratti haa deebisu! Thanks Cristiano Ronaldo 👏

10/09/2023

Sammuun waan argite xiinxaluuf obsa qabdu gamneetti,kan kanaa achii sardamni safuu aadaa kee keesaa sibaasa yoo kana godhamee hoo maal taata amma

09/09/2023

Namoota addunyaa tana keessatti lakkaayamu keessaa naoota odoo jiru jiruun du'etu baay'ata , isaan sanis addatti odoo lakkaayanii bareeda silaa!!!

07/09/2023

Namumuma nama faarsuu ibaadaa godhate jira warra soshal midiyaa kanarra waggaa waggatti akkamumatti safaduma godhatanii nama faarsan odoo rabbi faarsanii meeqa argatu yaa wallaala ifa baye

Want your business to be the top-listed Government Service in Riyadh?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Riyadh