Furtuu oro

Call Directions

Furtuu oro Obsaan annan goromsaa dhuga

05/12/2022
Ijji hin qaanofne ciimmaan nama ilaala; jedhee mammaake oromoon
04/13/2022

Ijji hin qaanofne ciimmaan nama ilaala; jedhee mammaake oromoon

02/22/2022

Durboonni Saudi keessa jiraatan haala kanaan lammii isaanif /keenyaf/ iyyaa jiru haa birmannuuf yaa lammii koo
02/11/2022

Durboonni Saudi keessa jiraatan haala kanaan lammii isaanif /keenyaf/ iyyaa jiru haa birmannuuf yaa lammii koo

Lammiin lammiifLammii keenya saudi keessatti du'aaf jireenya gidduu jiran haa birmannuuf share gochaa waliif dabarsa
02/10/2022

Lammiin lammiif
Lammii keenya saudi keessatti du'aaf jireenya gidduu jiran haa birmannuuf share gochaa waliif dabarsa

02/10/2022

Coming soon

Waan Haaraa Arguuf Jirta
Gumgumee Gigimmisa
Roobee Roobee Dirrisa
Bakakkaan Samii Bu'u
Iyya Takkaan Laf-lixa
Bara Dubbiin Hammaattu
Sarootatu Wal Fixa
Gumgume Didirrisee
Iyyee si dhageessisee
Ashaagree waa dhageessee
Maaf mana hin ijaarrattu
Sila waa waaqni citaa qabaa
Dhufee mana sii kabaa

Kun dhugaadha Furtuuwwan Kenya
02/09/2022

Kun dhugaadha
Furtuuwwan Kenya

WBO keenya fi waraanni pp yoo walitti dhufan πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚
02/09/2022

WBO keenya fi waraanni pp yoo walitti dhufan πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

Seenan nama hin gatuOlkaa'ee si teessisaBadaas ta'i gaariii
02/02/2022

Seenan nama hin gatu
Olkaa'ee si teessisa
Badaas ta'i gaariii

 HIRIYA LAMATU JIRA1 HIRIYAA DHUGAA FI2 HIRIYA SOBAA  DHUGAA WAA SAGAL (9) GARUU SALGAN SUN BAKKA SAGALTAMA SIIF GAHA 1,...
02/01/2022


HIRIYA LAMATU JIRA
1 HIRIYAA DHUGAA FI
2 HIRIYA SOBAA
DHUGAA WAA SAGAL (9) GARUU SALGAN SUN BAKKA SAGALTAMA SIIF GAHA
1,.Abdii jiruu
2,Obsaa jiruu
3,Gorsaa jiruu
4,Qajeelchaa karma
5,Dawaa Sammuu
6,Irkoo guyyaa rakkoo
7,Galma geessaa kaayyoo keetii
8,Jajjabeessa hojii keetii
9,Gorfataa karaa guddinaa
SOBAA
HIRIYYAA SOBAA MANNAA DIINA DHUGAA WAYYA
MAALIF SEETE; DIINA AKKA DIINATTI BEEKTEE IRRAA FAGAATTA;GARUU HIRIYYAAN GADHEEN SI FAKKAATTEE SI NYAATTI.
KAAYYON HIRIYYAA GADHEEπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
1)Jireenya kee balleessite namaa gadi si gooti
2)Agartuu kee jaamsee ija kee balleeessa
3)Miila kee mummuree tarkaanfii si dhoorka
4)Harka kee si hidhee hojiirraa si oolcha
5)Sammuu kee maraachee baasee si salphisa
6)Ummata keessatti maqaa kee xiqqeessa
7)Gammachuu kee borii Gaddatti jijjiira
8)Boqonnaa si dhoorke nagaa kee balleessa
9)Jaalala si wallaachisee jibbaa si dhaalchisa uuuuuuuuuuuuuuuuuu hiriyaa gadhee
Irraa of eegii

Address

United State
Canada, KS
OBSAAN3OBSA

Telephone

+13254136982

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Furtuu oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share