Giddaa Geendoo Geendoo

Giddaa Geendoo Geendoo

Share

Fulaa kana like share godha oddeeffanno haaraa akkasumas seenaa durii nii argaatuu LIKE THESE PAGE

03/06/2026

Callisnus nu dhukkubaa, dubbanus nu hudhaa. "Kan ummanni oromoo Oromiyaatti tahe bineensi bosonaa hin taane..." Jedhe

08/11/2025

"Giddaa Gabaa Ayyaanaa Fandidiishaa affeerreerraa"
Qaqawwee sanarraa warri aftan Baga aftanii

08/03/2025

Kaayyoon kees Galmikees asuma turee. Garuu qaqqaaliwwaan heedduu nu jalaa nyaachiftee. Qabsoof nageenya Ummata Oromoo naannolee Wallaga Bahaaf Horroo Guduruuf silmii turtee. Goolama Ummata sababa keetiin mudateef gatiisaa nii kaffaltaa.

08/02/2025

Jirra jirtuuu

Deebinee jirra.
Taajabbii Badhiidhinaaf hojjetoota mootummaa gabaabaa seenaa dhugaa qoosaa fakkaatu

Jimmaatti ogeessi fayyaa reeffarraa warqee baafachuun qarshii 50,000tti gurgurate adabame.

*Wallaggaa Bahaa aanaa Bonayyaa Bosheetti barsiisaan hoolaa hatee gurgurate adabame.

*Finfinnee tti hojjetoonni mootummaa hojii booda hambaa hoteelaa kadhatu.

Gurra keenya haaga dhageesisi ya waaq

Photos from Giddaa Geendoo Geendoo's post 10/05/2024

Bacaqii Gannaa Dabartanii Baga Booqaa Birraan Geessaanii.

Irreechi Irree Keenyaa

Irreecha Hora Finfinnee

09/22/2024

Yøyyaa harka fuune!

Baga Bacaqii Gannaa Baatanii Booqaa Birraan Isin Gahe!

03/25/2023
Photos from Raayyaa Abbaamacca's post 02/24/2023
02/24/2023

Kun lakkoofsa heerregaa kan ummata keenya ummata hongeen dararamaa jiru ittiin gargaaruuf banamedha. Kan qabnuun ummata keenya bira haadhaabbannu. Numatuu wal qabaa. Gaafa rakkoos wal qaqabaa.

02/22/2023

Waa’ee araaraa haasa’uunis, araara buusuunis gaariidha.

Garuu araara kan dursu haqa! Araara kan dursu qajeellummaadha. Araara kan dursu namummaadha!

Hooggantoota kana yakkaa tokko malee waggootaaf mana hidhaatti dararaa jirtu. Manni murtii si’a meeqa bilisa baasnaan humnaan ukkamsitanii hidhaatti deebistan! Dhukkubsannaan yaalaa dhorkattan!

Yoo dhuguma araara garaa qulqulluu barbaaddu ta’e mee jalqaba jara kanaafi kanneen biroo hidhatti dararaa jirtan hiikaa! Haqa isaanii deebisaa!

Want your business to be the top-listed Government Service in Orlando?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Minneapolis
Orlando, FL