Namni hedduun waraanni bilisummaa oromoo Qawwee dhukaasuu malee akkaataa kamin jara kana wajjiin haasa'uu danda'a Gaaffi oromoo sharafaa jettan, Lakkii Gaaffi Oromoo hin sharafnu, nuti dhaloota jiileedha, nuti dhaloota Abiishee irraa arge, nuti dhaloota jeneraal waaqoo irraa arge, nuti dhaloota (1991) Leencoo Lataa irraa arge, nuti dhaloota (2018) Jawar fa'a irraa, Baqqalaa fa'a irraa,Dawwit fa'a irraa argeedha"
Haasaa " jaal Marroo" keessaa kan fudhameedha.
Odaa Tarbii
international spokesperson for oromo Liberation Army
03/20/2023
❤️💚❤️💪
02/08/2023
Ajaibaa
Shaashamannee waan mana amantaa keessaa guurame ilaala!
02/02/2023
Gantoonni waraana keessa miliqxee harka kennachuun ergamtuu waliin sakatta'aaf bobbaate Miidaa Qanyiitti biyyee nyaatte!
02/02/2023
Shashamane kampi 01 adababayi gara gadii jirutti ibiddi qabatee barbadeessa jira.
02/02/2023
ONM - AB0 Gurraandhala 2, 2023 WB0'n Magaalaa Dambidoolloo keessaa PP Aleeluun hidhamtoota Siyaasaa Oromoo bilisa baase!🙏
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
21 Jump Streat
Washington D.C., DC
