Qeerroo Wallaggaa

Qeerroo  Wallaggaa

Share

Qeerroo wallaggaa

12/31/2019

Jiraa kan Sinboo Gemeda Sinboo Gemeda Sinboo Gemeda Sinboo Gemeda Sinboo Gemeda Sinboo Gemeda Sinboo Gemeda Sinboo Gemeda

10/17/2019

Siyaasumaaf wal makanne furdaa seetuuf dhugaa qallaa dhugaa waaqaa wallaggaanoo abbuumaa feetan caalaa maltu dhufa kana caalaa duuti kana caalu hin jiruu wallaggi fira hinqabu abbaan fedhe lafa haaciru.wallaggaa biyyaakoo naaf jiradha

10/17/2019

Hello warra raadiyoo akkam nagaa keessanii silaa dubbachuu malee dhaggeeffachuu hin beektani bakka raqni baay'atu waraabessatu marsaa mee ergaa koo kana dhalootaaf naa dabarsaa .

10/16/2019

Ijolleen wallaggaa jirtuu maloo baguumaa jirataan dinaa garaa gubdaani wallaggaa jechuun gotaa gotaa qofas mitii kan beekutuu beeka waa'ee wallaggaa jiraadha horraa bulaa debaana hamtuun isiin hin argiin ....

09/20/2019

Beekun garii ta'ee maal godhaa beekatuu deebbii'e da'iimaa ta'ee of walaaluu of awaaluudha namaaf ta'uu duraa namaa ta'uutu dursaa Eelluuf hin eellee malee eelluuf hin ollee......

09/20/2019

Warreen suraa jajabee keenyaa ollif gadii rastaan dafa dhisaa hin ga'a kun oromuumaa hin ibsuu jaraan beeka harreen akka namatti yaadu jirchuu batuus namnii akka harreeti yaadu hin dhibu suraa caalaa warri ittin waan hin jiree gochaa jirtaan attataman utuu dhiftaani isiinif wayyaa of egaadha.

Want your business to be the top-listed Government Service in Washington D.C.?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Dagim
Washington D.C., DC
QEERROOWALLAGGAA