02/11/2026
ማስታወቂያ!
ስማችሁ ከታች የተዘረዘረው ዜጎቻችን አዲሱ ፓስፖርት (ኢ-ፓስፖርት) ታድሶ የመጣ ስለሆነ ከሰዓት 2:00-6:00 PM) የቀድሞውን ፓስፖርትና የክፍያ ደረሰኝ በመያዝ (የፓስፖርት ባለቤቱ ብቻ) በኤምባሲያችን ቀርባችሁ የታደሰውን ፓስፖርት መውሰድ የምትችሉ መሆኑን በአክብሮት እናስታውቃለን።
Beeksisa!
Lammiileen Keenya Maqaan keessan Armaan Gaditti Caqafame, Paaspoortiin Haaraan (E-Paaspoorti) Isiniif Haaromfamee Waan Dhufeef, Saa'a booda, sa'aati 02:00 Hanga 06:00PM Waaree Boodaatti Paaspoortii Duranii ykn Moofaa Fi Nagahee Kaffaltii Ittin Raawwattan Harkatti Qabachuudhaan Embaasii Keenyatti Dhihaachuun Paaspoortii Haaromfame Fudhachuu Kan Dandeessan Ta'uu Kabajaan Isaa Beeksifna.''