09/11/2026
***Guyyaa 30/02/2019***
Hubannoo Seeraa Kenname
------------------------------------------------
Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Aawwadaay Gaafa guyyaa 30/02/2019 Mana Barnootaa Sadarkaa 2ffaa Aawwadaayitti argamuun Barattootaa fi Hawaasa mana Barumsichaaf Mata Duree garagaraa irratti Hubannoo Seeraa Kenneera.
"Hubannoo Hawaasaa Cimsuun itti Fufa..."