Waajjira PSMQN Magaalaa Asallaa

Directions Website

Waajjira PSMQN Magaalaa Asallaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira PSMQN Magaalaa Asallaa, Government Organization, asella, Asella.

08/11/2026
Qajeelfama Ramaddii Hojjettoota Mootummaa Manneen Hojii Naannoo Oromiyaa murteessuuf bahe hojiitti hiikuun kenniinsa taj...
06/11/2026

Qajeelfama Ramaddii Hojjettoota Mootummaa Manneen Hojii Naannoo Oromiyaa murteessuuf bahe hojiitti hiikuun kenniinsa tajaajilaa keenya si'ataa,ammayya'aa fi haqa qabeessa taasisuun murteessadha .

Onkoloolessa 27,2019 - Godina kibba baha oromiyaa Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti hojjattoota sekteraalee mootummaa Magaalichaatiifi qajeelfama ramaddii hojjattoota mootummaa lakk 34/2019 bahe fi Kabaja Ayyaana Saba fi Sablammoota yeroo 21ffaa akka biyya keenyatti kabajamuu irratti leenjiin kenname .

Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Asallaa Obbo Gammachuu Araddaa leenjichaa irratti argamuudhaan Kaayyoo Leenjii kanaa akka ibsanitti ,hojjettootaf caasaa haaraa irratti hubbannoo cimsuun hojjetaan tokko bakka itti ramadamee hojjetu kamittuu tajaajila hawaasni irraa barbaadu gahumsaan akka raawwatuuf akkasumas komii hawaasa hir'isu fi tajaajila hawaasaf kennuuf murteessaa ta'u ibsaniiru.

Hojjattootni mootummaa leenjii qajeelfama ramaddii kennamerratti argamanis gurmaa'iinsi caasaa haaraa galma akka gahuuf qajeelfama ramaddii hojjattoota mootummaa bahe bu'ura gochuun tumsa kan taasisan ta'uu himan.

02/08/2026
Waajjirri Paplik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa Bulchiinsa Magaalaa Asalla guyyaa 23/11/2018 Gamaggama raawwii hojii...
31/07/2026

Waajjirri Paplik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa Bulchiinsa Magaalaa Asalla guyyaa 23/11/2018
Gamaggama raawwii hojii bara 2018 fi Karoora hojii bara 2019 irratti gamaggamaa fi marii erga taasifameen booda Kallattiin hojii bara 2019 kara B/B Waajjirichaa Obboo Muhammad Aadamin kennamee xumuramee jira.

Address

Asella
Asella
251

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira PSMQN Magaalaa Asallaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share