Kominikeeshinii Aanaa Gola Odaa. Gola Oda Communication

Kominikeeshinii Aanaa Gola Odaa.  Gola Oda Communication

Share

Aanaa Gola Odaatti odeeffannoo mootummaa Aanicha , Naannoo fi biyyatii ummataf dhiyeessina.

27/05/2026
Photos from Kominikeeshinii Aanaa Gola Odaa.  Gola Oda Communication's post 27/05/2026

Godina Harargee Bahaa Aanaa Gola odaatti Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1447ffaa karaa duudhaa fi qajeeltoo Amantaa Islaamaa eegeen haalaa miidhagaan sirni salaataa gaggaaffameera.

Sirna Kabaja ayyaana Iida Arafaa kanarratti Bulchaan Bulchinsa Aanaa Gola Odaa Obbo Aliyi Mohammed Ummata Islaamaatiin Baga ittiin isin ga'e erga ja'anii booda ayyaana kana qabaataan hiyyeessa deegaruu qabna ja'anii,keessattuu obboleeyyan keenya kan yeroo muraasa dura waliin turree fi arra nu bira hin jirre yaadachuudhaan yatiimaa fi harka qalleeyyii naannawa mana jireenyaa keenyaatti argaman gargaaruun guyyaa ayyaanaa kana gammachuun waliin dabarsuu qabna ja'an.

Koominikeeshinii Aanaa Gola Odaa

Photos from Shimelis Abdisa's post 26/05/2026
Photos from Oromia Communication Bureau's post 26/05/2026
26/05/2026

Itoophiyaan ni Filatti !

Photos from Oromia President Office's post 25/05/2026
25/05/2026

Filannoof guyyaa 7 qofatu hafe!
Guddinna Biyya keenyaa marsaa haaraa eegalamee galmaa'aa jiru irratti mallattoo seenaa qabeessaa keessan kaa'achuuf gamanumaan qophaa'aa!

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

https://whatsapp.com/channel/0029Vb8hek5IN9iwKrEUs83M

Address


Addis Ababa